2 Saamuʼel 7:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Bakka ati dhaqxu hundumaatti sii wajjin nan taʼa;+ diinota kee hundumaa fuula kee duraa nan balleessa;*+ akkuma namoota guguddaa lafa irra jiranii maqaa guddaa akka qabaattu nan godha.+ Faarfannaa 59:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 59 Yaa Waaqa koo, diinota koo jalaa na oolchi;+Warra na irratti kaʼan irraa na eegi.+
9 Bakka ati dhaqxu hundumaatti sii wajjin nan taʼa;+ diinota kee hundumaa fuula kee duraa nan balleessa;*+ akkuma namoota guguddaa lafa irra jiranii maqaa guddaa akka qabaattu nan godha.+