Faarfannaa 103:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Isin maleekonni isaa warri humna guddaa qabdan,Warri sagalee isaatiif ajajamuudhaan* dubbii isaa raawwattan hundi, Yihowaa jajadhaa.+ Luqaas 2:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akkuma tasaa raayyaan samii+ hedduun maleekaa sanaa wajjin mulʼatanii, akkana jedhanii Waaqayyoon jajatan:
20 Isin maleekonni isaa warri humna guddaa qabdan,Warri sagalee isaatiif ajajamuudhaan* dubbii isaa raawwattan hundi, Yihowaa jajadhaa.+
13 Akkuma tasaa raayyaan samii+ hedduun maleekaa sanaa wajjin mulʼatanii, akkana jedhanii Waaqayyoon jajatan: