LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 9:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Kanaafuu, Museen ulee isaa gara samiitti diriirse; achiis Yihowaan kakawwee fi cabbii ni erge; ibiddis* lafa irratti ni buʼe; Yihowaan biyya Gibxii irratti cabbiin roobuu isaa akka itti fufu ni godhe.

  • Faarfannaa 107:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Dambaliiwwan galaanaa ol kaasuudhaan,

      Bubbeen dubbii isaatiin akkamitti akka ol kaʼu+ arganiiru.

  • Isaayyaas 30:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Yihowaan sagaleen+ isaa inni ulfina qabeessa taʼe akka dhagaʼamu ni godha,

      Inni labooba ibiddaa gubuun,+

      Bokkaa yandoodhaan,+ bubbee kakawwee qabuu fi cabbii guguddaadhaan+

      Irreen isaa+ aarii guddaadhaan+ yommuu gad buʼu ni argisiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi