Baʼuu 15:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Naasuu fi sodaan isaan irra buʼa.+ Yaa Yihowaa, hamma sabni kee darbutti,Hamma sabni kee inni ati uumte+ darbutti,+Irreen kee guddaa taʼuu isaatiin kan kaʼe isaan akkuma dhagaa kan hin sochoone taʼu. Faarfannaa 98:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 98 Wantoota dinqisiisoo waan raawwateef,+Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa.+ Harki isaa inni mirgaa, irreen isaa inni qulqulluun fayyina argamsiiseera.*+
16 Naasuu fi sodaan isaan irra buʼa.+ Yaa Yihowaa, hamma sabni kee darbutti,Hamma sabni kee inni ati uumte+ darbutti,+Irreen kee guddaa taʼuu isaatiin kan kaʼe isaan akkuma dhagaa kan hin sochoone taʼu.
98 Wantoota dinqisiisoo waan raawwateef,+Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa.+ Harki isaa inni mirgaa, irreen isaa inni qulqulluun fayyina argamsiiseera.*+