Faarfannaa 100:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaan Waaqa taʼuu isaa beekaa.*+ Kan nu tolche isa dha, nutis kan isaa ti.*+ Nuti saba isaa ti, hoolota kaloo isaa keessa jirru dhas.+ Isaayyaas 54:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “Sababiin isaas, Uumaan kee inni Guddichi+ siif akka abbaa manaa* ti,+Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,Inni si furus+ Isa Qulqulluu kan Israaʼeli. Inni Waaqa guutummaa lafaa jedhamee ni waamama.+
3 Yihowaan Waaqa taʼuu isaa beekaa.*+ Kan nu tolche isa dha, nutis kan isaa ti.*+ Nuti saba isaa ti, hoolota kaloo isaa keessa jirru dhas.+
5 “Sababiin isaas, Uumaan kee inni Guddichi+ siif akka abbaa manaa* ti,+Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,Inni si furus+ Isa Qulqulluu kan Israaʼeli. Inni Waaqa guutummaa lafaa jedhamee ni waamama.+