Keessa Deebii 3:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 ‘Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ati guddina kee fi irree kee isa jabaa ana tajaajilaa keetti argisiisuu jalqabdeetta;+ samii irrattis taʼe lafa irratti waaqni akka kee wantoota guguddaa akkanaa raawwatu eenyu?+ Faarfannaa 145:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaan guddaa fi hundumaa caalaa jajamuun kan isaaf malu dha;+Guddinni isaa qoramuu kan hin dandeenye* dha.+
24 ‘Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ati guddina kee fi irree kee isa jabaa ana tajaajilaa keetti argisiisuu jalqabdeetta;+ samii irrattis taʼe lafa irratti waaqni akka kee wantoota guguddaa akkanaa raawwatu eenyu?+
3 Yihowaan guddaa fi hundumaa caalaa jajamuun kan isaaf malu dha;+Guddinni isaa qoramuu kan hin dandeenye* dha.+