Faarfannaa 119:137 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 137 Yaa Yihowaa, ati qajeelaa dha,+Murtiiwwan kees sirrii dha.+ Faarfannaa 119:160 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 160 Buʼuurri dubbii keetii dhugaa dha,+Murtiiwwan kee warri qajeeloon hundi bara baraaf jabaatanii dhaabbatu. Mulʼata 16:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Iddoon aarsaa sun yommuu akkana jedhus nan dhagaʼe: “Eeyyee, yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ murtiiwwan* kee dhugaa fi qajeeloo dha.”+
160 Buʼuurri dubbii keetii dhugaa dha,+Murtiiwwan kee warri qajeeloon hundi bara baraaf jabaatanii dhaabbatu.
7 Iddoon aarsaa sun yommuu akkana jedhus nan dhagaʼe: “Eeyyee, yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ murtiiwwan* kee dhugaa fi qajeeloo dha.”+