LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 19:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yihowaa sodaachuun+ taliila,* bara baraaf jiraata.

      Murtiiwwan Yihowaa dhugaa dha, guutummaatti qajeeloo dha.+

  • Faarfannaa 119:137
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 137 Yaa Yihowaa, ati qajeelaa dha,+

      Murtiiwwan kees sirrii dha.+

  • Mulʼata 19:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kana booda samii keessaa sagalee guddaa, sagalee namoota hedduu fakkaatu tokko nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Yaahiin jajadhaa!*+ Fayyinni, ulfinnii fi humni kan Waaqa keenyaa ti; 2 sababiin isaas, murtiiwwan isaa dhugaa fi qajeeloo dha.+ Inni sagaagaltuu guddittii ishii halalummaa* ishiitiin lafa mancaaste sanatti murteesseera; dhiiga garboota isaa isa harka ishii irra jiruufis haaloo baʼeera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi