LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 10:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Yaa Israaʼel, Waaqni kee Yihowaan maal si irraa barbaada?+ Wanti inni si irraa barbaadu, Waaqa kee Yihowaa akka sodaattu,+ daandiiwwan isaa hundumaa irra akka deemtu,+ akka isa jaallattu, garaa kee guutuu fi lubbuu* kee guutuudhaan Waaqa kee Yihowaa akka tajaajiltu,+

  • Fakkeenya 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaa sodaachuun* jalqaba beekumsaa ti.+

      Gowwoonni garuu ogummaa fi adaba ni tuffatu.+

  • Miilkiyaas 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yeroo sanatti namoonni Yihowaa sodaatan walii wajjin, tokkoon tokkoon isaanii michoota isaanii wajjin ni haasaʼan; Yihowaanis xiyyeeffannaadhaan ni dhaggeeffate, wanta isaan jedhanis ni dhagaʼe. Warra Yihowaa sodaatanii fi maqaa isaa irratti xiinxalaniifis*+ kitaabni yaadannoo isa duratti ni barreeffame.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi