Abbootii Murtii 5:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Yaa Yihowaa, diinonni kee hundi haa dhuman,+Warri si jaallatan garuu akka aduu humna ishii guutuudhaan ibsituu haa taʼan.” Biyyattiinis waggaa 40f boqonnaa* argatte.+ Faarfannaa 125:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 125 Warri Yihowaatti amanaman,+Akkuma Gaara Xiyoon isa raafamuu hin dandeenyee fiBara baraaf jabaatee dhaabbatuu ti.+
31 Yaa Yihowaa, diinonni kee hundi haa dhuman,+Warri si jaallatan garuu akka aduu humna ishii guutuudhaan ibsituu haa taʼan.” Biyyattiinis waggaa 40f boqonnaa* argatte.+
125 Warri Yihowaatti amanaman,+Akkuma Gaara Xiyoon isa raafamuu hin dandeenyee fiBara baraaf jabaatee dhaabbatuu ti.+