30 Achiis gonfoo Maalkaam mataa isaa irraa ni fuudhe. Ulfaatinni isaa warqii taalaantii tokko ture; achi irras dhagoonni gatii guddaa qaban jiru turan; innis mataa Daawit irra ni kaaʼame. Kana malees, inni magaalattii+ keessaa boojuu hedduu ni fudhate.+