LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:41-43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Haaluma wal fakkaatuun, dura buutonni lubootaas barsiisota seeraa fi maanguddootaa wajjin akkana jedhanii isatti qoosuu jalqaban:+ 42 “Warra kaan oolcheera; of oolchuu garuu hin dandeenye! Inni Mootii Israaʼeli;+ mee amma muka* irratti fannifame irraa haa buʼu; nutis isatti ni amanna. 43 Inni Waaqayyoon amanateera; ‘Ani Ilma Waaqayyoo ti’+ waan jedheef, Waaqayyo yoo isa gargaaruu barbaade mee isa haa oolchu.”+

  • Luqaas 23:35, 36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Namoonnis dhaabbatanii ilaalu turan. Bulchitoonni garuu, “Warra kaan oolcheera; inni Kiristoos isa Waaqayyo erge, Isa Filatame sana yoo taʼe mee of haa oolchu” jedhanii qoosu turan.+ 36 Loltoonni illee isatti qoosan; dhufanii daadhii wayinii dhangaggaaʼaa isaaf kennuudhaan,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi