Faarfannaa 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ani nan ciisa, nan rafas;Yihowaan na gargaaruu isaa waan itti fufuuf,Nagaadhaan nan dammaqa.+ Fakkeenya 3:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Yommuu ciistu homaa hin sodaattu;+Ni ciista, hirribni kees gammachiisaa ni taʼa.+ Fakkeenya 3:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Sababiin isaas, Yihowaan madda amanannaa kee ni taʼa;+Miilli kees akka hin qabamne ni eega.+