Fakkeenya 10:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Daandiin Yihowaa nama balleessaa hin qabneef dahoo dha,+Warra hammina hojjetaniif garuu badiisa dha.+ Fakkeenya 28:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Hamoonni homtuu utuu isaan hin ariʼin baqatu,Qajeelonni garuu akkuma leencaa* onnatoo dha.+
29 Daandiin Yihowaa nama balleessaa hin qabneef dahoo dha,+Warra hammina hojjetaniif garuu badiisa dha.+