1 Saamuʼel 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni tarkaanfii warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega,+Hamoonni garuu dukkana keessatti cal jechisiifamu,+Namni moʼicha kan argatu humna isaatiin miti.+ Fakkeenya 10:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Namni garaa qulqulluudhaan deddeebiʼu sodaa malee deema,+Namni karaa isaa jalʼaa godhu garuu ni qabama.+
9 Inni tarkaanfii warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega,+Hamoonni garuu dukkana keessatti cal jechisiifamu,+Namni moʼicha kan argatu humna isaatiin miti.+
9 Namni garaa qulqulluudhaan deddeebiʼu sodaa malee deema,+Namni karaa isaa jalʼaa godhu garuu ni qabama.+