Faarfannaa 62:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yaa Yihowaa, jaalalli amanamaanis kan kee ti,+Sababiin isaas, ati tokkoon tokkoon namaatiif akka hojii isaatti ni deebista.+ 2 Tasalonqee 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Waaqayyo qajeelaa waan taʼeef, warra rakkina isin irra geessisan ni adaba.+
12 Yaa Yihowaa, jaalalli amanamaanis kan kee ti,+Sababiin isaas, ati tokkoon tokkoon namaatiif akka hojii isaatti ni deebista.+