28 Isin maatiiwwan sabootaa wanta isaaf malu Yihowaadhaaf kennaa;
Ulfinaa fi jabina isaatiif wanta isaaf malu Yihowaadhaaf kennaa.+
29 Ulfina maqaa isaatiif malu Yihowaadhaaf kennaa;+
Kennaa fidaatii isa duratti dhihaadhaa.+
Uffata qulqullummaa uffadhaatii Yihowaadhaaf sagadaa.+