LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 10:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Ibsaan+ Israaʼel ibidda,+

      Qulqulluun isaas labooba ni taʼa;

      Inni ni bobaʼa, guyyaa tokkottis aramaa fi harangamaa isaa ni nyaata.

      18 Inni ulfina bosonaa fi ulfina maasii fuduraa isaa guutummaatti* ni balleessa;

      Ulfinni sunis akkuma nama dhukkubsatee dhumaa deemuu ni taʼa.+

  • Hisqiʼel 20:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Bosona kibbaa sanaan akkana jedhi: ‘Dubbii Yihowaa dhagaʼi. Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Kunoo, ani si irratti ibidda nan qabsiisa;+ innis muka lalisaa fi muka gogaa si keessatti argamu hundumaa ni guba. Laboobni bobaʼu sun hin dhaamu;+ innis kibba irraa jalqabee hamma kaabaatti fuula hundumaa ni waxala.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi