Uumama 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kana booda dubbiin Yihowaa mulʼataan gara Abraam dhufee, “Abraam, hin sodaatin.+ Ani gaachana kee ti.+ Badhaasa baayʼee guddaa taʼe ni argatta”+ isaan jedhe. Faarfannaa 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ati garuu yaa Yihowaa, gaachana natti marsee jiru,+Ulfina koo+ fi isa mataa koo ol qabu dha.+
15 Kana booda dubbiin Yihowaa mulʼataan gara Abraam dhufee, “Abraam, hin sodaatin.+ Ani gaachana kee ti.+ Badhaasa baayʼee guddaa taʼe ni argatta”+ isaan jedhe.