1 Saamuʼel 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni tarkaanfii warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega,+Hamoonni garuu dukkana keessatti cal jechisiifamu,+Namni moʼicha kan argatu humna isaatiin miti.+ Faarfannaa 145:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan warra isa jaallatan hundumaa ni eega,+Hamoota hundumaa garuu ni balleessa.+
9 Inni tarkaanfii warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega,+Hamoonni garuu dukkana keessatti cal jechisiifamu,+Namni moʼicha kan argatu humna isaatiin miti.+