-
Maatewos 26:38, 39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Sana booda, “Ani* hamma duʼaatti baayʼee gaddeera. Asuma turaatii anaa wajjin dammaqaa eegaa”+ isaaniin jedhe. 39 Isaan irraa xinnoo gara fuulduraatti siqee adda isaatiin gombifamee, “Yaa Abbaa koo, yoo dandaʼame xoofoon+ kun ana irraa haa darbu. Taʼus akka fedhii koo utuu hin taʼin, akka fedhii kee haa taʼu”+ jedhee kadhate.+
-