LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 14:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 “Aabbaa,*+ wanti hundi siif ni dandaʼama; xoofoo kana na irraa fageessi. Taʼus wanta ani barbaadu utuu hin taʼin, wanti ati barbaaddu haa taʼu”+ jedhe.

  • Luqaas 22:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 “Yaa Abbaa, yoo fedhii kee taʼe xoofoo kana na irraa fageessi. Taʼus fedhiin koo utuu hin taʼin, fedhiin kee haa taʼu.”+

  • Yohaannis 5:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ani ofii kootiin kakaʼee wanta tokko illee gochuu hin dandaʼu. Akkuman Abbaa koo irraa dhagaʼettan murteessa; ani fedhii isa na erge sanaa malee fedhii ofii koo raawwachuu waanan hin barbaadneef,+ murtiin koo qajeelaa dha.+

  • Yohaannis 6:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 sababiin isaas, ani samii irraa kanan dhufe,+ fedhii isa na erge sanaa raawwachuuf malee, fedhii ofii koo raawwachuuf miti.+

  • Ibroota 10:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis, “Kunoo, ani fedhii kee raawwachuuf dhufeera”+ jedhe. Inni isa lammaffaa hundeessuuf jedhee isa jalqabaa balleessa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi