LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Isaan irraa xinnoo gara fuulduraatti siqee adda isaatiin gombifamee, “Yaa Abbaa koo, yoo dandaʼame xoofoon+ kun ana irraa haa darbu. Taʼus akka fedhii koo utuu hin taʼin, akka fedhii kee haa taʼu”+ jedhee kadhate.+

  • Luqaas 22:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 “Yaa Abbaa, yoo fedhii kee taʼe xoofoo kana na irraa fageessi. Taʼus fedhiin koo utuu hin taʼin, fedhiin kee haa taʼu.”+

  • Yohaannis 6:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 sababiin isaas, ani samii irraa kanan dhufe,+ fedhii isa na erge sanaa raawwachuuf malee, fedhii ofii koo raawwachuuf miti.+

  • Ibroota 5:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kiristoos yeroo lafa irra jiraachaa turetti,* sagalee guddaa fi imimmaaniin+ gara isa duʼa irraa isa oolchuu dandaʼu sanaatti wawwaannaa fi iyyata dhiheesse; Waaqayyoon waan sodaatuufis isaaf dhagaʼame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi