LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis Waaqayyo, “Bishaanonni samii jalatti argaman bakka tokkotti walitti haa qabaman; dachee gogaanis haa mulʼatu” jedhe.+ Akkuma kanas ni taʼe.

  • Iyyoob 38:8-11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yommuu inni gadameessa keessaa futtaafatee baʼetti,

      Galaanatti balbala kan cufe eenyu?+

       9 Duumessaan yommuun isa uwwisetti,

      Dukkana cimaadhaanis yommuun isa maretti,

      10 Yommuun daangaa koo isaaf hundeessetti,

      Yommuun danqaraawwan isaa fi balbaloota isaa iddoo isaanii kaaʼetti,+

      11 Achiis, ‘Hamma asiitti dhufuu dandeessa, kana irra garuu darbuu hin dandeessu;

      Dambaliin kee inni warraaqu as irratti dhaabbata’ yommuun jedhetti ati eessa turte?+

  • Fakkeenya 8:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Bishaanonni galaanaa ajaja isaa irra akka hin darbineef+

      Yeroo galaanichaaf labsii baasetti,

      Yeroo buʼuura lafaa kaaʼetti,*

  • Ermiyaas 5:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yihowaan akkana jedha: ‘Isin na hin sodaattanii?

      Na duratti hollachuu hin qabdanii?

      Galaanaaf daangaa godhee cirracha kan kaaʼe,

      Sana irra darbuu akka hin dandeenyeefis dambii dhaabbataa kan isaaf kaaʼe ana dha.

      Dambaliin isaa yoo jeeqame iyyuu, isa irra darbuu hin dandaʼu;

      Yoo huurse iyyuu, isa irra darbee deemuu hin dandaʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi