Fakkeenya 19:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Karoorri garaa namaa keessa jiru hedduu dha,Jabaatee kan dhaabbatu garuu gorsa* Yihowaa ti.+ Isaayyaas 46:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Wanta gara fuulduraatti taʼu jalqaba irraa kaasee,Wantoota hamma yoonaatti hin raawwatamnes bara dheeraa dura nan dubbadha.+ ‘Murtoon* koo jabaatee ni dhaabbata,+Wanta na gammachiisu akkamii iyyuu nan raawwadha’+ nan jedha.
10 Wanta gara fuulduraatti taʼu jalqaba irraa kaasee,Wantoota hamma yoonaatti hin raawwatamnes bara dheeraa dura nan dubbadha.+ ‘Murtoon* koo jabaatee ni dhaabbata,+Wanta na gammachiisu akkamii iyyuu nan raawwadha’+ nan jedha.