Faarfannaa 31:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Ani naʼee,“Si duraa nan balleeffama”+ jedheen ture. Ati garuu gara keetti yommuun iyyadhu, kadhata ani gargaarsa argachuuf dhiheesse ni dhageesse.+ Faarfannaa 40:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Ani garaadhaa Yihowaa nan abdadhe,*Innis gurra isaa natti qabee* iyyan gargaarsa argachuuf dhiheesse ni dhagaʼe.+ Yoonaas 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 akkana jedhe: “Dhiphina koo irraa kan kaʼe Yihowaa nan waammadhe; innis naaf deebise.+ Awwaala* gad fagoo* keessaa gargaarsaaf nan iyye.+ Atis sagalee koo ni dhageesse.
22 Ani naʼee,“Si duraa nan balleeffama”+ jedheen ture. Ati garuu gara keetti yommuun iyyadhu, kadhata ani gargaarsa argachuuf dhiheesse ni dhageesse.+
40 Ani garaadhaa Yihowaa nan abdadhe,*Innis gurra isaa natti qabee* iyyan gargaarsa argachuuf dhiheesse ni dhagaʼe.+
2 akkana jedhe: “Dhiphina koo irraa kan kaʼe Yihowaa nan waammadhe; innis naaf deebise.+ Awwaala* gad fagoo* keessaa gargaarsaaf nan iyye.+ Atis sagalee koo ni dhageesse.