- 
	                        
            
            Faarfannaa 6:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Yihowaan gaaffii ani gaarummaa isaa argachuuf dhiheessu ni dhagaʼa;+
Yihowaan kadhannaa kootiif deebii ni kenna.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Fakkeenya 15:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
29 Yihowaan hamoota irraa fagoo dha,
Kadhannaa qajeelotaa garuu ni dhagaʼa.+
 
 -