Faarfannaa 10:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Akkuma leenca holqa* isaa keessa jiruutti, iddoo dhokannaa isaa keessa taʼee eeggata.+ Inni isa gargaarsa hin qabne qabachuuf eeggata. Isa gargaarsa hin qabne kiyyoo isaa keessa galchee qabata.+
9 Akkuma leenca holqa* isaa keessa jiruutti, iddoo dhokannaa isaa keessa taʼee eeggata.+ Inni isa gargaarsa hin qabne qabachuuf eeggata. Isa gargaarsa hin qabne kiyyoo isaa keessa galchee qabata.+