11 Achiis Daawit, Abishaayii fi tajaajiltoota isaa hundumaatiin akkana jedhe: “Kunoo, ilmi koo inni foon koo taʼe illee lubbuu koo balleessuu barbaada erga taʼee,+ namichi Biiniyaam+ kun immoo kana caalaa gochuu hin barbaaduu ree? Yihowaan akka na abaaru waan isatti himeef, dhiisaa na haa abaaru!