2 Saamuʼel 16:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Tarii Yihowaan miidhamuu koo ilaalee,+ bakka abaarsa harʼa na irra gaʼaa jiru kanaa, Yihowaan wanta gaarii naaf godha taʼa.”+ Faarfannaa 123:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Akkuma ijji tajaajiltootaa gara harka gooftaa isaanii,Ijji tajaajiltuus gara harka giiftii ishii ilaalu,Hamma inni gaarummaa nutti argisiisutti,+Ijji keenyas gara Waaqa keenya Yihowaa ni ilaala.+
12 Tarii Yihowaan miidhamuu koo ilaalee,+ bakka abaarsa harʼa na irra gaʼaa jiru kanaa, Yihowaan wanta gaarii naaf godha taʼa.”+
2 Akkuma ijji tajaajiltootaa gara harka gooftaa isaanii,Ijji tajaajiltuus gara harka giiftii ishii ilaalu,Hamma inni gaarummaa nutti argisiisutti,+Ijji keenyas gara Waaqa keenya Yihowaa ni ilaala.+