Faarfannaa 38:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Taʼus ani akkuma nama gurri isaa duudetti hin dhageenye;+Akkuma nama arrabni isaa hidhamettis afaan koo hin saaqqanne.+ Maatewos 27:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yeroo dura buutonni lubootaa fi maanguddoonni isa himatanitti garuu deebii tokko illee hin kennine.+ 1 Pheexiros 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yommuu isa arrabsan+ deebisee hin arrabsine.+ Yommuu rakkinni isa irra gaʼettis+ hin doorsisne; kanaa mannaa, isa qajeelinaan murteessu+ sanatti imaanaadhaan of kenne.
13 Taʼus ani akkuma nama gurri isaa duudetti hin dhageenye;+Akkuma nama arrabni isaa hidhamettis afaan koo hin saaqqanne.+
12 Yeroo dura buutonni lubootaa fi maanguddoonni isa himatanitti garuu deebii tokko illee hin kennine.+
23 Yommuu isa arrabsan+ deebisee hin arrabsine.+ Yommuu rakkinni isa irra gaʼettis+ hin doorsisne; kanaa mannaa, isa qajeelinaan murteessu+ sanatti imaanaadhaan of kenne.