Faarfannaa 39:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Nama arrabni isaa hidhame nan taʼe, nan callises;+Waaʼee wanta gaarii taʼee illee homaa hin dubbanne,Dhukkubni koo garuu cimaa ture.* Faarfannaa 39:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ani calluma nan jedhe;Kun gocha kee waan taʼeef,+Afaan koo banachuu hin dandeenye.+
2 Nama arrabni isaa hidhame nan taʼe, nan callises;+Waaʼee wanta gaarii taʼee illee homaa hin dubbanne,Dhukkubni koo garuu cimaa ture.*