Iyyoob 40:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Kunoo, ani nama gatii hin qabne dha.+ Maalan siif deebisuu dandaʼa ree? Afaan koo nan qabadha.+ Faarfannaa 38:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Taʼus ani akkuma nama gurri isaa duudetti hin dhageenye;+Akkuma nama arrabni isaa hidhamettis afaan koo hin saaqqanne.+
13 Taʼus ani akkuma nama gurri isaa duudetti hin dhageenye;+Akkuma nama arrabni isaa hidhamettis afaan koo hin saaqqanne.+