2 Saamuʼel 16:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Mootichi garuu akkana jedhe: “Isin ilmaan Zeruuyaa dhimma koo keessa maaltu isin galche?+ Na haa abaaru;+ Yihowaatu, ‘Daawitiin abaari!’ isaan jedhe.+ Maarree eenyutu, ‘Maaliif akkana goota?’ isaan jechuu dandaʼa?”
10 Mootichi garuu akkana jedhe: “Isin ilmaan Zeruuyaa dhimma koo keessa maaltu isin galche?+ Na haa abaaru;+ Yihowaatu, ‘Daawitiin abaari!’ isaan jedhe.+ Maarree eenyutu, ‘Maaliif akkana goota?’ isaan jechuu dandaʼa?”