Uumama 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kana booda dubbiin Yihowaa mulʼataan gara Abraam dhufee, “Abraam, hin sodaatin.+ Ani gaachana kee ti.+ Badhaasa baayʼee guddaa taʼe ni argatta”+ isaan jedhe. Fakkeenya 30:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Dubbiin Waaqayyoo hundi kan qulqulleeffame dha.+ Inni warra isatti kooluu galaniif gaachana.+
15 Kana booda dubbiin Yihowaa mulʼataan gara Abraam dhufee, “Abraam, hin sodaatin.+ Ani gaachana kee ti.+ Badhaasa baayʼee guddaa taʼe ni argatta”+ isaan jedhe.