LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 37:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaa duratti calluma jedhi,+

      Abdiidhaanis* isa eeggadhu.

      Nama mala haxxummaa isaa raawwachuu irratti

      Milkaaʼina argatutti hin aarin.+

  • Faaruu Ermiyaas 3:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “Yihowaan qooda koo ti,+ obsaan kanan isa eeggadhus kanaafi”+ nan jedhe.

  • Miikiyaas 7:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Ani garuu dammaqinaan Yihowaa eeggachuu koo ittan fufa.+

      Waaqa fayyinaa koo obsaan* nan eeggadha.+

      Waaqni koo na dhagaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi