- 
	                        
            
            Faarfannaa 9:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Sababiin isaas, ati haqa naaf kenniteetta, naaf falmiteettas;
Ati teessoo kee irra teessee qajeelummaadhaan ni murteessita.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faarfannaa 98:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Inni lafa irratti murtii kennuuf waan dhufuuf* Yihowaa duratti haa ililchan.
 
 -