2 Saamuʼel 23:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Hafuurri Yihowaa karaa kootiin ni dubbate;+Dubbiin isaas arraba koo irra ture.+ Izraa 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Izraan kun Baabilon irraa dhufe. Inni garagalchituu* Seera Musee+ isa Yihowaan Waaqni Israaʼel kenne akka gaariitti beeku ture.* Harki Waaqa isaa Yihowaa isa irra waan tureef, mootichi wanta inni gaafate hundumaa isaaf ni kenne.
6 Izraan kun Baabilon irraa dhufe. Inni garagalchituu* Seera Musee+ isa Yihowaan Waaqni Israaʼel kenne akka gaariitti beeku ture.* Harki Waaqa isaa Yihowaa isa irra waan tureef, mootichi wanta inni gaafate hundumaa isaaf ni kenne.