Iyyaasuu 2:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Achiis Iyyaasuudhaan, “Yihowaan guutummaa biyyattii harka keenyatti dabarsee kenneera.+ Jiraattonni biyyattii hundis sababii keenyaan abdii kutataniiru”+ jedhan.
24 Achiis Iyyaasuudhaan, “Yihowaan guutummaa biyyattii harka keenyatti dabarsee kenneera.+ Jiraattonni biyyattii hundis sababii keenyaan abdii kutataniiru”+ jedhan.