Ermiyaas 10:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yaa Mootii sabootaa,+ kan si hin sodaanne eenyu? Ati sodaatamuu qabda;Sababiin isaas, ogeeyyii sabootaa hundumaa gidduudhaa, mootummoota isaanii hundumaa gidduudhaas,Kan akka keetii tokko illee hin jiru.+ Zakkaariyaas 14:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan guutummaa lafaa irratti Mootii ni taʼa.+ Guyyaa sanatti Yihowaan tokko,+ maqaan isaas tokko ni taʼa.+
7 Yaa Mootii sabootaa,+ kan si hin sodaanne eenyu? Ati sodaatamuu qabda;Sababiin isaas, ogeeyyii sabootaa hundumaa gidduudhaa, mootummoota isaanii hundumaa gidduudhaas,Kan akka keetii tokko illee hin jiru.+
9 Yihowaan guutummaa lafaa irratti Mootii ni taʼa.+ Guyyaa sanatti Yihowaan tokko,+ maqaan isaas tokko ni taʼa.+