-
Faarfannaa 26:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Jaalalli kee inni amanamaan yeroo hundumaa na dura jira,
Anis dhugaa kee keessa nan deddeebiʼa.+
-
-
Faarfannaa 40:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ani qajeelummaa kee garaa koo keessatti hin dhoksu.
Amanamummaa kee fi fayyisuu kee nan labsa.
Gumii guddaa keessatti jaalala kee isa amanamaa fi dhugaa kee hin dhoksu.”+
-