-
Faarfannaa 17:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Ati inni warra harka kee mirgaatti kooluu galuu barbaadan
Namoota si irratti fincila kaasan jalaa oolchitu,
Karaa dinqisiisaa taʼeen jaalala kee isa amanamaa argisiisi.+
-
-
Faarfannaa 60:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Warri ati jaallattu ooluu akka dandaʼaniif,
Harka kee mirgaatiin nu baraari, deebiis nuuf kenni.+
-