LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 69:30, 31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Maqaa Waaqayyootiif faarfannaa galataa nan faarfadha,

      Galata dhiheessuudhaanis isaaf ulfina nan kenna.

      31 Kun qotiyyoo caalaa,

      Jibicha gaanfaa fi kottee qabu caalaas Yihowaa ni gammachiisa.+

  • Fakkeenya 21:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Wanta sirrii fi haqa taʼe raawwachuun

      Aarsaa caalaa Yihowaa gammachiisa.+

  • Hoseʼaa 6:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Sababiin isaas, ani aarsaatti utuu hin taʼin, jaalala amanamaattan* gammada,

      Aarsaa guutummaatti gubamu mannaa beekumsa Waaqayyoottan gammada.+

  • Ibroota 13:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Karaa isaa yeroo hunda Waaqayyoof aarsaa galataa haa dhiheessinu;+ kunis firii hidhii+ keenyaa isa waaʼee maqaa isaa namoota duratti labsinu dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi