LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 50:13-15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ani foon qotiyyoo nan nyaadhaa?

      Dhiiga reʼee hoo nan dhugaa?+

      14 Waaqayyoof galata akka aarsaatti dhiheessi,+

      Wareega Isa Hundaa Oliitiif wareegdes raawwadhu;+

      15 Yeroo dhiphinaatti na waammadhu.+

      Ani sin oolcha, atis ulfina naaf kennita.”+

  • Hoseʼaa 14:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Gara Yihowaatti deebiʼaatii akkana isaan jedhaa:

      ‘Balleessaa keenya nuuf dhiisi,+ wanta gaarii siif dhiheessinus fudhadhu,

      Akkuma jibicha aarsaa goonee dhiheessinutti jajannaa afaan keenyaa siif ni dhiheessina.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi