-
Maatewos 7:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Guyyaa sanatti namoonni hedduun, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa,+ nuti maqaa keetiin raajii hin dubbannee? Maqaa keetiin jinniiwwan hin baasnee? Akkasumas maqaa keetiin+ dinqiiwwan hedduu hin raawwannee?’ naan jedhu. 23 Yeroo sanatti ani immoo, ‘Ani matumaa isin hin beeku! Isin warri hammina hojjettan nana, na biraa deemaa!’ isaaniin nan jedha.+
-