Isaayyaas 5:22, 23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Warra daadhii wayinii dhuguu irratti jajjaboo taʼaniif,Namoota dhugaatii alkoolii walitti makuu irratti dandeettii guddaa qabaniif,+23 Warra mattaʼaa fudhachuudhaan nama hamaa bilisa baasaniif,+Nama qajeelaa immoo haqa dhowwataniif wayyoo!+
22 Warra daadhii wayinii dhuguu irratti jajjaboo taʼaniif,Namoota dhugaatii alkoolii walitti makuu irratti dandeettii guddaa qabaniif,+23 Warra mattaʼaa fudhachuudhaan nama hamaa bilisa baasaniif,+Nama qajeelaa immoo haqa dhowwataniif wayyoo!+