Isaayyaas 1:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yihowaan akkana jedha: “Kottaa, rakkina nu gidduutti uumameef furmaata haa kenninu.+ Cubbuun keessan diimaa dhiiga fakkaatu yoo taʼe illee,Akkuma cabbii adii ni taʼa;+Akka uffata bifa bildiimaatti yoo diimate illee,Akkuma suufii ni addaata. 1 Qorontos 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Isin keessaa tokko tokko namoota akkasii turtan. Haa taʼu malee, maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii fi hafuura Waaqa keenyaatiin dhiqamtanii+ qulqullooftaniittu,+ qulqulloota taataniittu, akkasumas qajeelota jedhamtaniittu.+
18 Yihowaan akkana jedha: “Kottaa, rakkina nu gidduutti uumameef furmaata haa kenninu.+ Cubbuun keessan diimaa dhiiga fakkaatu yoo taʼe illee,Akkuma cabbii adii ni taʼa;+Akka uffata bifa bildiimaatti yoo diimate illee,Akkuma suufii ni addaata.
11 Isin keessaa tokko tokko namoota akkasii turtan. Haa taʼu malee, maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii fi hafuura Waaqa keenyaatiin dhiqamtanii+ qulqullooftaniittu,+ qulqulloota taataniittu, akkasumas qajeelota jedhamtaniittu.+