Faarfannaa 103:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Akkuma bahi biiftuu lixa biiftuu irraa fagaatu,Balleessaa keenya nu irraa fageesseera.+ Isaayyaas 38:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kunoo, ani nagaa argachuu mannaa, gadda guddaa keessan ture;Garuu jaalala naaf* qabduun kan kaʼe,Boolla badiisaa irraa na oolchiteetta.+ Cubbuuwwan koo hundumaa of duubatti gatteetta.*+
17 Kunoo, ani nagaa argachuu mannaa, gadda guddaa keessan ture;Garuu jaalala naaf* qabduun kan kaʼe,Boolla badiisaa irraa na oolchiteetta.+ Cubbuuwwan koo hundumaa of duubatti gatteetta.*+