LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 23:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Waaqni Israaʼel ni dubbate;

      Qarsaan Israaʼel+ akkana naan jedhe:

      ‘Inni ilmaan namootaa bulchu qajeelaa yommuu taʼu,+

      Sodaa Waaqayyootiinis yommuu bulchu,+

       4 Bulchiinsi isaa akka ifa barii yommuu aduun baatuu,+

      Akka ganama duumessa hin qabnees ni taʼa.

      Akka ifa bokkaan erga caamee booda ifuu,

      Margis lafa irratti akka margu godhuu ni taʼa.’+

  • Faarfannaa 119:105
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 105 Dubbiin kee miila kootiif ibsaa,

      Daandii kootiifis ifa dha.+

  • 1 Qorontos 13:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Amma daawwitii sibiilaatiin bifa dimimmisaaʼu* argina, yeroo sana garuu fuulaa fuulatti argina. Amma beekumsa guutuu hin qabu, yeroo sana garuu akkuma Waaqayyo guutummaatti na beeku, anis beekumsa guutuu nan qabaadha.

  • 2 Qorontos 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Sababiin isaas, “Dukkana keessaa ifni haa ifu”+ kan jedhe Waaqayyo dha; inni beekumsa Waaqayyoo isa ulfina qabeessa taʼe sana karaa fuula Kiristoos garaa keenya irratti ibseera.+

  • 2 Pheexiros 1:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaafuu, nuti dubbii raajii caalaatti mirkanaaʼaa taʼe qabna; isinis akka ibsaa+ iddoo dukkanaa keessatti (hanga lafti bariʼee bakkalchi+ baʼutti), garaa keessan keessatti ifuutti dubbii raajii kanaaf xiyyeeffannaa kennuun keessan gaarii dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi