-
Maarqos 7:21-23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Keessa namaatii, jechuunis garaa namaa+ keessaa yaanni hamaan ni baʼa; isaanis halalummaa,* hanna, ajjeechaa, 22 ejja, sassata, hammina, gowwoomsaa, addaggummaa,* hinaaffaa, arrabsoo, of tuulummaa fi gowwummaa dha. 23 Wantoonni hamoon kun hundi keessa namaatii baʼu; nama tokko kan xureessanis wantoota kana dha.”
-